Jump to content

buffet

Wiktionary irraa

kanaslaali : buffer

Afaan Ingiliffaa

  • buffet

Hiika

[gulaali]
  1. mana nyaataa baabura Keessatti yookiin buufata baaburaa keessatti argamu
  2. dhangaa nyaata barbaadan keessaa filatanii fudhatan
  3. dulaaba meeshaa keessa kaa'an (kan kutaa garaagaraa qabu)
  4. rukutuu, dha'uu

Gochima

  1. asiif achi sochoosuu, raasuu
  2. abootteedhaan dha'uu