Soqoleeyyii (Crustacean)
Appearance
?Soqoleeyyii | ||||
---|---|---|---|---|
odeeffannoo saayinsaawaa | ||||
|
'Soqoleeyyiin ykn Gosqeensaanqabduun (Afaan engliffaa)gosa miilixinxima kan bishaan keessa , lafarra ykn maxxantuu ta’anii jiraatandha.Mataan fi qomaa wal makaa kan Qommataa ykn Matqoma (cephalothorax)jedhamuun beekamu qabuu.Hargaansuun karaa Qurxumarganaa ykn bishkargansiisaa (gills) .Qaamni isaas kaaraapaasii guddaa tokkoon kan haguugamedha. Anteenaa lamaa fi maxa'a ykn miila shan qabu. Fkn Qeensaanqabduu, qeensaanfutuu, kiraayfishii,