Farshoo (keemistirii)
Appearance


Keemistirii keessatti alkooliin ykn Farshoon dhaalamoota haaydirookaarboonii garee haayidirooksaayilii "OH" karboonii sp^3 diqaalometti hidhamee argamu dha. Alkoolonnin akka waan haayidroojiniin bishaanii garee orgaanikii biroon bakka bu'eetti ilaaluun ni danda'ama. Fkn: mitaanoolii (CH3OH), itaanoolii (CH3CH2OH) fi kkf.