Afroggee
Appearance
Ji’oomeetirii keessatti, reektaangillin ykn afroggeen boca roga afuriifi kofa afur qabuudha. Kofoonni hundi isaanii kofoota sirrii dha . Kana irraa kan ka’e, rogoonni lamaan wal-faallaa waltarreefi dheerinni isaanii walfakkaataa ta’uu qaba.
Namoonni wantoota afroggaawaa hedduu hojjetu, irra caalaan minjaalota, saanduqawwan, kitaabotaafi waraqaawwan dabalatee. Jechi 'rectangle' kun jechoota Laatiin irraa kan dhufe yoo ta'u hiikni isaanii " ''kofa sirrii" jechuudha.
Rektaangiliin rogoonni isaa afran dheerinni isaa walfakkaataa ta'e arfakkuu jedhama .
Unkeewwan
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Yoo rektaangilii dheerina qabaate fi dalgee w, sana booda : .
- Bal'ina isaa .
- naannoo isaa qaba .
- Tokkoon tokkoon daayaagoonaalii dheerina qaba .
- reeshiyoo aspeektii kan qabudha : w.
- Yoommuu , afroggee arfakkuu dha .
- Yoom reeshiyoo warqee wajjin walqixa yoo ta'e, reektaangilli reektaangilii warqee jedhama .